2 Kings 10:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yehuni fiit'a Ahabu ta Yezreeli jirtu ch'ufafi jara isaa gugurda ch'ufafi jaalani isaa ch'ufafi qaalole isale ch'ufa hobaase; inni nama tokole inhambimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessallee Iyyuun worra maatii Aki'aabii irraa hafan maraa, bulchoota maraa, goshoota isaatii fi gadoota nama tokkollee uduu hin hambifne Yisiraa'eliin keessatti isaan fixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yehuun worra sanyii Ahaabii keessaa hafee Yizre'el keessa jiru mara, sooressitoota isaa mara, jaalota isaa maraa fi hayyoota isaa mara, nama tokkolle adoo hin hamburin fixe.