2 Kings 10:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jara fiit'a Ahazia, hayyu Yuda, arge waan jed'eeni, Isani eenu? Worri waan jed'eeni, Nu fiit'a Ahazia, nu worra hayyutifi worra Yezebeli nagaya fuud'a yaana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleewwan Akaaziyaasii mootii biyya Yihuuda'aatiin wol gayee «Isin eennu fa'a?» jedhe; isaanillee «Nu obboleewwan Akaaziyaasiiti; ammallee nu'u ijoollee mootittii Eelzaabeeliitii fi maatii mootota hafanii nagaya gaafatu'uuf gara biyya Yisiraa'elii deema'aarra» jedhanii deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
firoota Ahaaziyaa mooticha Yihuda'aa dhaggee, «Isin eennuu?» jedhee gaafate. Isaanille, «Nuuti firoota Ahaaziya'aa ti; maatii mootichaatii fi maatii haadha mootichaa dubbisiisaaf gara Yizre'elii dhaqaarra» jedhane.