2 Kings 10:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehuni waan jara isaatini jed'e, Worra kana inijeesina qaqaba! Worri worra qaqabe, inni artumati fulla boola tokoti hobaase. Worri sunini ch'ufti nama afurtami lamaati, tokoleeni imbaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyuun «Namoota kanniin qabaa'a!» jedhee loltoota ufii ajaje; isaanillee isaan qabanii hulee bisaan itti kuufamu biratti namoota afurtamii lamaa fixan; isaan keessaa nama tokkollee hin hambifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehuun, «Worra kana jiru'uunuu booji'a'a!» jedhee ajaje. Maarre isaan namoota afurtamii lama jiru'uunuu booji'anee boolla Bet-Eqedii biratti fixane; isaan keessaa nama tokkolle hin hamburre.