2 Kings 10:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'eeni, Na gula kooti, aka anini guddo AABBO Waaqa jaalad'u argi. Duuba worri kae, Samaria woliini d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akka ani waan Rabbiitiif hinaafe laali» jedheenii woliin deemanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ana gula koyiitii hinaaffaa ani Mootii Waan Maraatiif qabu ilaal» jedhe. Maarre Yehuun garreettaa ifii ka fardaan harkifamu irra isa yaassisee deemane.