2 Kings 10:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri artini bahe jennaani Yehuni fiit'a Ahabu ch'ufa hobaase, tokole inhambimne. Wonti AABBO Waaqi Eliyaani, Intaati jed'e sunuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkuma biyya Samaariya'aa gayaniin Iyyuun nama tokkollee uduu hin hambifne fira Aki'aabii maraa fixe; sababaan wonti kun maruu ta'eef wonti Rabbi karaa garbicha ufii Eeliyaasiitiin dubbate akka raawwatamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehuun qachaa Samaariya'aa yennaa geye, worra mana mootummaa Ahaabii keessatti hafe mara ijjeese; akkuma Mootiin Waan Maraa raagicha Eliyaasitti dubbate, inni isaan balleesse.