2 Kings 10:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehuni worra Samaria wolti yaame waan jed'eeni, Ahabuni duri Baali haguma diqa hojate, ammo anini hagasi ira hojad'a
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyuun banii Samaariya'aa maraa wolitti qabee «Aki'aabi waaqa tolfamaa ba'aal jedhamu diqqoma waaqeffate; ani garuu isa caalaa guddisee waaqeffatuu barbaada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yehuun kolbaa qachaa Samaariya'aa mara wolitti qabee, «Mootichi Ahaab waaqa Ba'aalii diqquma tajaajile; ani Yehuun ammoo isa caalaa hin tajaajila.