2 Kings 10:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani hayyu tana isaniti harkaa qaba; ammalle gaariifi fardaafi miha lolaatifi diri jajabaaleeni harka keesani keesa jira. Tanaafi hojja tatabe tana argattani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa kana ijoolleen gooftaa keessanii gaariin fardaatii fi faradoon qachaan itti dallawamtee fi meeshaan lolaa waan isin bira jiruuf;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ilmaan goottaa keessanii isin bira eega jiraatte, garreettaa fardaan harkifamu, fardoo, meya woraanaatii fi qachaa dalleya dhaka'aatiin marfame eega qabaattane, akkuma xalayaan kun isin geyeen,