2 Kings 10:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yehuni waan jed'e, Guyya Baali kad'atani tolcha, biyya ch'ufati hima, qonqooni biyya ch'ufa geete jennaani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Iyyuun, «waaqa tolfamaa ba'aaliif ayyaana qopheessaa'a» jedhe; isaanillee hin qopheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaan duuba Yehuun, «Ulfinna Ba'aaliitiif yaa'ii lassa'a!» jedhee ajaje. Maarre isaan lassane.