2 Kings 10:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni qaallu woya Baalini kad'atani olnaqu yaame, jara Baali kana ch'ufa woya kennaafi jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Iyyuun namicha mana meesha'aa eeguun «Hojjattoota waaqeffattoota waaqa tolfamaa ba'aaliin waaqeffataniif uffata kenni» jennaan innillee baasee isaanii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yehuun namicha mana woya'aa eeguun, «Tajaajiltoota Ba'aaliitiif woyaa gad baasiif» jedhe. Maarre inni woyaa isaaniif gad baase.