2 Kings 10:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehuni akuma sorio baaseni jara isaa kaani yaame waan jed'eeni, Olduuda, nama ch'ufa hobaasa, tokoleeni infiigini. Worri goraadeeni olduude, ch'ufa hobaase reefa alati guure. Jennaani worri fulla qulqullo mana suni olduude,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyuun akkuma ciincaa ciinceessee ka'een yoosuu worra balbala mana qulqullumma'aa eeganii fi worra loltoota ajajuun «Namoota kanniin maraa fixaa'a isaan keessaa eennullee miliqee akka hin baane» jedhee isaan ajaje; isaanillee guraadee ufii luqqifatanii ol seenanii isaan maraa fixanii reeffa isaanii harkisa'aa gad baasan; achiin maayessa gola mana qulqullumma'aa keessa seenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehuun akkuma kennansa gubamu dhikeessee hobbaaseen, eeddotaa fi qondaaltota loltootaatiin, «Seena'aatii isaan ijjeesa'a! Nami tokkolle hin miliqin!» jedhee ajaje. Maarre isaan shallaaga'aan isaan ijjeesane; eeddotii fi qondaaltoti loltootaa reeffa isaanii mara alatti baasanee gatane. Achiin duuba isaan gara kolloo galma Ba'aalii ta gara keessaa dhaqanee,