2 Kings 10:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
utuba mana Baali ch'ufa guure alati gube.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Utubaawwan dhaga'aa ka mana waaqa tolfamaa ba'aaliin itti waaqeffattan diida baasanii ibiddaan guban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
soodduu woyyittii galma Ba'aalii keessaa gad baasanee gubane.