2 Kings 10:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani utuba qulqulloofi mana Baali suni balleesani, fulla iti udaanifi ta iti finch'aani tolchani, haga arrale akasuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan utubaa dhaga'aa caccabsanii mana waaqa tolfamaa ba'aaliillee diiganii haga adhaa huleen sun hulee fishaan itti gatamu ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan soodduu woyyittii Ba'aalii caccassanee, galma Ba'aaliille diiganee, haga adhaa mana faalowaa godhatane.