2 Kings 10:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki Yehuni Baali lafa Israeli keesa balleese akasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan Iyyuun waaqa tolfamaa ba'aalii ka Israa'eliin keessatti argamu balleesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan Yehuun waaqonfatiisa Ba'aalii Israa'el keessaa balleesse.