2 Kings 10:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni faana Yeroboamu bahe ch'ubbu inni worra Israeli keesa buuse, gaafa korma worqi mid'aase Bethelifi Dani keesa kaye tolche, ufile tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Iyyuun jabbilee worqii irraa hojjataman ka Beeteelii fi Daaniin keessa jiranii fi cubbuu ilmi Naabaaxii Iyyoorbi'aam hojjate irraa hin fagaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, inni cubbuu Yerobi'aamiin ilmi Nebaatii, fakkii jabbi'ii ta worqii irraa hujante, ta Israa'elooti Bet'elii fi Daan keessatti akka waaqonfattu godhe san irraa hin deebine.