2 Kings 10:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ilmaani suni keesa nama jaba fakaatu, ka worra ch'ufa ira jiru, fohad'a, hayyu tolfad'a, jabeesa kalchaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee gooftaa keessanii keessaa nama jaalattanii fi nama itti gammaddan filadha'aatii teessoo abbaa isaa irra kaayaa'a; waan mana gooftaa keessaniitiifillee lolaa'a» jedhee gara Samaariya'aa dhaamsa erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ilmaan goottaa keessanii keessaa irra caalaa dansaa ka te'ee fi dandeettii ka qabu fila'aatii, addee abbaa isaatitti isa mootii godha'aatii, sanyii goottaa keessaniitiif lola'a!» ka jedhu.