2 Kings 10:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Yehuni jed'e, Atini waan anini tolchi sini jed'e ch'ufa yayu d'aloota Ahabu tolchite, tanaafi anini siti kakhad'a, aka d'alooti kanke haga d'aloota afreeso hayyu Israeli, tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Iyyu'uun «Ati na afo'otti waan mishaa waan hojjatteef yaada kiyya maraa mana Aki'aabii irratti waan raawwatteef fiixaan kee haga dhaloota afurii teessoo mootummaa Israa'elii irra taa'an» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, Yehu'uun, «Ati na duratti waan dansaa gootee, waan ani yaade mara, sanyii Ahaabii irratti waan gooteef, sanyiin teeti haga dhaloota arfeesso'ootitti Israa'el irratti mootii hin teeti» jedhe.