2 Kings 10:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yehuni Seera AABBO Waaqa Israeli guddo jabeese gula indeemne, fulla suni inni faana Yeroboamu, ka worra Israeli ch'ubbu keesa buuse, gula bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyuun garuu seera Rabbii waaqa Israa'elii garaa guutu'uun hin eenne, cubbuu Iyyoorbi'aamii worra Israa'elii dogoggorse irraallee hin fagaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehuun ammoo seera Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii gadhaa tokkochaan hin eeganne; inni cubbuu Yerobi'aam akka Israa'elooti hujju godhe san irraa hin deebine.