2 Kings 10:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi AABBO Waaqi aka lafa Israeli iraa kute diqeesu iti kae. Hazaelini, hayyuuni Shamu, lafa Israeli ch'ufa
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san Rabbi worra Israa'elii gargar foowuu jalqabe; Azaahel mootichi biyya Sooriya'aa isaan mooyatee uf jala isaan taasisee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara san Mootiin Waan Maraa lafa Israa'elii dhiphisuu jalqabe. Mootichi Sooriya'aa Hazaa'el lafa Israa'elii,