2 Kings 10:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ta galaana Yordanitini ilaboru, haga dira Aroeni ka d'aatu galaana Arnoni bitaa dabsate. Lafti sunini lafa Gileaditifi ta Bashani, fulla gochiti Gaditifi Reubenitifi ta Manase ta ilaboru teetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Gala'aadii ta laga Yoordaanosiitiin cinaa baya biiftu'uutiin jirtu maraa, biyya Gaadii, biyya Minaase'eetii fi biyya Roobeelii, biyya Aarnoonii irraa jalqabee Gala'aadii fi haga biyya Baasaanii jiru maraa dhayee ta ufii taasifate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
laga Yordaanosii irraa gara baya adu'uu lafa Giil'aadii mara, Baashaan lafa gosi Gaadii, gosi Ruubeniitii fi gosi Minaase'ee keessa le'anu, haga qachaa Aro'erii ka laga Aarnonii qabate.