2 Kings 10:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni due jennaani Samaria keesati awaalani, ilmi isaa Yehoazini fulla isaa hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Iyyuun du'ee Samaariyaa keessatti hulee abboonni isaa itti awwaalaman biratti awwaalame; bikka isaa ilma isaa Iyyoo'akaazitu mooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehuun du'ee, qachaa Samaariya'a keessatti awwaalame; ilmi isaa Yeho'ahaaz addee isaatitti mootii te'e.