2 Kings 10:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri guddo sodaate waan jed'e, Eegi hayyooti lama isa dad'abde, nu eesa isa dandeenna?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan garuu guddisanii sodaatanii mootichi Iyyooraamii fi mootichi Akaaziyaas «Mooyachuu hin dandeenna?» Jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo guddoo sodaatanee, «Moototi lamaan ka dande'anee Yehuu ifi irraa hin dhooggatin, nuuti attam dandeennee isa ifi irraa dhoogganna ree?» jedhane.