2 Kings 10:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tatabeeni Yehu artini baate jennaani, jari Samaria kaani ilmaani torbatama ta Ahabu taani, fit'e, mata worraa daduti guure, Yehu ka Yezreeli jiruti geesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akkuma xalayaan sun isaan bira gayeen ijoollee mootichaa torbaatamman qabanii ajjeesanii mataa isaanii keeshee keessa kaayanii gara biyya Yisiraa'elii gara hulee Iyyuun jiruu ergan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa xalayaan isaan dhaqqabe, isaan ilmaan mootichaa torbaatama maraayyuu ijjeesanee, mataa isaanii saaxaraa keessa keyanee, Yizre'elitti gara Yehu'uu ergane.