2 Kings 10:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehuni aka mata ilmaani Ahabu achini d'ufani d'agaye jennaani waan jed'e, Fullo keesati fulla lamati woli irati tuula, haga bori diirama achiti lakisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi Iyyu'uu ergamu Iyyuu bira dhaqee «Mataa ijoollee mootichaa qabanii dhufaniiran» jedhee isatti himnaan inni garuu «Haga boruu balbala hulee raasaa itti gad bayanii afo'otti bakka lamatti tuula'aa kaayaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi ergame sun yennaa achi geye, «Isaan mataa ilmaan mootichaa fidaneeran» jedhee Yehu'utti hime. Achiin duuba Yehuun, «Seensuma karra qacha'aatitti addee lamatti tuula'aatii, haga boru ganamaatitti achuma turuu ti» jedhee ajaje.