2 Kings 11:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni worra gugurda suni woraanafi wonte duri hayyu Daudini qabu, ta Mana Waaqa keesati olnaqani kenneefi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi wonte'ee fi woraana Daawitii mootichaa ka mana woyyuu Rabbii keessa jiru maraa fuudhee ajajoota loltootaatitti kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba hayyichi Yoyaadaan, ebo'oo fi wontee mooticha Daawitii ka Galma Mootii Waan Maraa keessaa san ajajjoota dhibbaatiif kenne.