2 Kings 11:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yehoyadani Yoashi gabaase, sure hayyuma mata isaa ira kaaye, kitaaba seera hayyuuni lafaani fidu keesati t'aafani iti kenne. Duuba Yoashi, muudani akasiini hayyu tolchani biyyiti harka d'oofte, lalabde waan jette, Lubbuuni hayyu ha d'eeratuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa ilma mootichaa gad baasanii gulloo ulfinnaa itti godhanii qajeelcha bulchiinsa mootumma'aallee itti kennanii, «Mootichi umurii dheeraa haa jiraatu!» jedha'aa harka dhayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yoyaadaan, ilma mootichaa gad baasee kallacha mataa isaa irra keyee, barreeffama Mootiin Waan Maraa marroo moototaatiif waadaa gale dhugaa bayu isaaf kennee, isa muudee mootii te'iisa isaa beessise. Kolbaan harka dhoottee qoonqoo ol qabattee, «Mootichi bara dheeraa le'uu ti!» jette.