2 Kings 11:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehoyadani aka Athalia Mana Waaqa keesati ijeesani infed'u, tanaafi waan worra gugurda askartitini jed'e, Jiddu askarti tana keesa alati baasa, nama lubbu isii baasu fed'u ijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi Yoodaaheen ajajoota loltootaatiin «Mana woyyumma'aa irraa isii fageessa'aa gara raasa'aa isii baasaa'a namoota isii faanaa deemu guraade'een ajjeesaa'a» jedhee isaan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi Yoyaadaan, Ataaliyaan Galma Mootii Waan Maraa keessatti akka ijjeefantu waan hin barbaanneef, ajajjoota dhibbaatiin, «Tarree teessan oddu'uu gad isii baasa'a; nama isii gula dhufu mara shallaaga'aan ijjeesa'a» jedhe.