2 Kings 11:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nami ch'ufti gammade, dirileeni nagaya argate, haguma Athalia mana hayyu keesati ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin biyya sanii maruu waan Gotoliyaan guraade'een ajjeefamteef guddisanii gammadan; qachattiinillee nagaya taate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Ataaliyaan mana mootumma'aa keessatti shallaaga'aan waan ijjeefanteef, kolbaan duudiin gammadde; qachaan sunille nageya dhaggate.