2 Kings 11:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna jaa Yehoshebani gurba suni qorqorate Mana Waaqa keesati d'ossite, ka Athaliani lafa mohattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni mana isi'iititti dhokata'aa haga woggaa jahaa mana Rabbii keessa taa'e; Gotoliyaan biyya san irratti mootii taate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaa jaaf haga Ataaliyaan mootittii teete, inni Galma Mootii Waan Maraa keessatti ta isa guddittu woliin dhokatee hafe.