2 Kings 11:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'eeni, Hojja guyya Sabato huji d'uftani, isani nami hagi toko mana hayyu eega;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa guyyaa Sambataatiin mana mootumma'aa eegu'uuf bobbayan isaan keessaa harki sadihii mana mootumma'aa haa eeguu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, isaan ajajee, «Wonni isin gootanu: isin worri guyyaa Sanbataa eeddo'oof baatanu, harka sad keessaa harki tokko mana mootumma'aa eeguu ti.