2 Kings 11:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari sila guyya Sabato oolu ha fulla lamati gargari bahe Mana Waaqa eegu, aka hayyu qorqoratu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri guyyaa Sambataa balbala hin eenne ka garee lamaanii garuu akka mooticha irra rakkoon hin geenne godhu'uuf mana woyyumma'aa haa eeganii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri guyyaa Sanbataa badoo eeddoo teessanii fixatane, Galma Mootii Waan Maraa ka mootichi keessa jiru eega'a.