2 Kings 11:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nami ch'ufti, ka namu goraade ufi harkaa qabu, hayyu bira indeemina, fulla inni deemu ch'ufa gula yaa, tissa. Nama isaniti d'iaatu ch'ufa ijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa mooticha Iyyoo'aasiin marsitanii eeddan guraadee keessan ol baafadha'aatii hulee inni dhaqu maraa isa woliin dhaqaa'a; namni gara keessan dhiyaatuu ugge maruu haa ajjeefamuu» jedhee isaan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tokko tokkoon keessan meya lolaa keessan qabadha'aatii, adaala mootichaa dhaabbadha'a; eennulle yoo isinitti dhikaate ijjeesa'a; gara mootichi deemu mara isa woliin deema'a» jedhe.