2 Kings 11:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari gugurdaani kaani jecha Yehoyada guute, jara ufi ch'ufa isatini d'ufe, jara guyya Sabato oolufi ka hojatule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajoonni dhibbaa waan gadichi Yoodaaheen jedhe maraa godhan; isaan maruu worra guyyaa Sambataa balbala mana mootumma'aa haa eegani'iif ramadamanii fi loltoota mana mootumma'aa eeganii yaa'anillee wolitti qabee hiriirsisee gara Yoodaahee gadichaa fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajjooti dhibbaa akkuma hayyichi Yoyaadaan isaan ajaje godhane; tokko tokkoon isaaniille worra guyyaa Sanbataatiin eegiisaaf dhaquu fi worra eeddoo fixatee galu fudhatanee, gara hayyichaa dhufane.