2 Kings 12:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna torbeeso ka Yehuni hayyu Israeli tahe, Yoashini hayyu Yuda tahe, ganna afurtama Yerusalemu keesa lafa mohate. Haad'a isaa maqaani Sibia isiini dira Beersheba keesati d'alate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyuun Israa'eliin irratti mooyee woggaa torbeesso'ootitti Iyyoo'aas mootii Yihuuda'aa ta'ee Yerusaalemiin keessatti woggaa afurtamaa bulche; haati isaa ta Saabiyaa jedhamtu nama biyya Beersaabeehiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehuun Israa'el irratti mootii te'ee woggaa torbeesso'ootitti, Yo'aas mootii Yihuda'aa te'ee, Yerusaalem keessa tee'ee woggaa afurtama bulche; haati isaa Ziibiyaan nama qachaa Bersheeba'aa ti.