2 Kings 12:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja beeseeni suni sanduqa keesati guddatu ch'ufa, nami hayyu wot'aafufi qaallichi guddaani d'ufani, qarsi suni hedani, subba keesati naqani hod'ani olkayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri bulchoota gadootaatii fi worri waa barreessu ka mootichaa akka saanduuqa san keessa horiin guute haga argan fuudhanii qaraciitii guddaa keessa kaaya'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beeseen saanduqa keessa akka guutte yennaa dhagganne mara, barreessaan mootichaatii fi hayyichi guddaan dhufanee, beesee Galma Mootii Waan Maraa keessatti dhaggante san laakkowanee subbatti naqanee hidhaniiyyu.