2 Kings 12:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi beese suni hedani t'aafani, fuud'aniti harka worra Mana Waaqa ijaaruti kennani, duuba worra suniti hogeeyi mukhaatifi, ijaartufi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Horii san laakkayanii haga beekaniin maayessa worra mana woyyuu Rabbii haarawoomsanitti kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beesee san laakkowaneen duuba, namoota itti gaafatantoota hujii Galma Mootii Waan Maraatitti kennan; beesee san Galma Mootii Waan Maraa ijaariisaaf, worra muka bocuuf, worra dhaka'aan mana ijaaruuf,