2 Kings 12:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo beeseeni sunini huji muduunu qarsifa ta qorifa magalata fa yokhaani miha ifse fa yokhaani miha d'ibi qarsiini mid'aasani tokole inhojanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu horiin mana woyyumma'aa haa ijaarani'iif kenname meeshaa mana woyyuu Rabbiitiif ta'u xuwwee birrii irraa hojjatame, Qadhabaa, Keree, Xurumba'aa fi meeshaa worqi'ii fi birrii irraa hojjatamu hin hojjanneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, beesee Galma Mootii Waan Maraatiif kennante tana, gabataa meeti'ii, qaraphaa issaa ittiin dhaanfanu, qorii, tultullaa yookiin meya meetii irraa yookiin worqii irraa hujamu hujiisaaf hin balleessine.