2 Kings 12:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri huji suni hojatu ch'ufti nama d'ugaati, tanaafi wonti worra waan beese suni gaafatanifi injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri mana woyyuu Rabbii ijaarsisan garuu amanamtoota waan ta'aniif eennullee isaan hin tooyatu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti itti gaafatantoota huji'ii addatamumma'aan waan hujaneef, beeseen hojjattootaaf akka kaffalanu isaanitti kennante sun harka isaaniititti hin toowatanne.