2 Kings 12:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jireenna isaa ch'ufa keesa inni waan AABBO Waaqa gammachiisa tolche, waan qaallichi Yehoyadani isa barsiisefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara Yoodaaheen gadichi barsiisa'aa ture maraa Iyyoo'aas Rabbiin afo'otti waan mishaa godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara hayyichi Yoyaadaan isa gorsaa ture maratti, Yo'aas Mootii Waan Maraa duratti waan sirrii te'e huje.