2 Kings 12:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo tatule fulla gaareeni gubaa ta waaqa d'ara iti yaamatani tokole imballeesine; biyyiti achiti sorio baafte, hit'aana aarsu illakimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu huleen itti sagadan ka tulloota irraa hin banne; hennaa san baniin hulee itti sagadan ka tullootaa irratti ciincaa dhiyeessa'aa hixaanallee aarsa'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, addeen waaqonfanna'aa waan hin diigaminiif, kolbaan addee waaqonfanna'aa sanitti ciincaa dhikeessiisaa fi hixaana aarsiisa hin lakkinne.