2 Kings 12:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoashini qaalole yaame waan jed'eeni, Beese Mana Waaqatini d'ufani ch'ufa, waan aada gula guyya ch'ufa baasani taanaani, waan fed'i gula baasani taanaani, olkaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aas worra gadootaatiin horii qulqullaaye ka gara mana Rabbii seenu maraa, horii waan gatii lubbuu ufiitiif dhiyeessanii fi horii fedha ufiitiin gara mana Rabbii fidan maraa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aas hayyootaan, «Beesee kennaa addaa ta namooti gara Galma Mootii Waan Maraa fidanu: beesee laakkossa namaa irraa dhaggante, beesee waada'aatii fi beesee nami fedha ifiitiin kennu mara wolitti qaba'a.