2 Kings 12:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaalluuni ch'ufti ha nama inni fuula beekhu beese iraa fuud'e olkayu, duuba beese sunini ha Mana Waaqa fulla inni ch'abeni ch'ufa mid'aasaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
keessaa gadoonni maruu fuudhanii hulee manni woyyumma'aa diiggameen haa ijaaranii isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti tokko tokkonuu, beesee namoota beesee qabatanu irraa fuudhane, addee Galmi Waaqaa caccabee dhaggame deebisanee ittiin haaressanuu ti» jedhe.