2 Kings 12:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni Yehoyadafi qaalole taani yaame waan jed'eeni, Isani maanifi Mana Waaqa mid'aasu diddani? Armaa achi beese guurtani suni oliinkayina, nama Mana Waaqa mid'aasuti kenna ha worri manani mid'aasuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Yoodaahee gadichaa fi gadoota kaawwanillee waamee, «Hulee mana woyyumma'aa ka diiggame maaf hin ijaarre? adha irraa jalqaba'aatii horii nama irraa fuutan harkatti qabachuu isin hin barbaachisu; akka ijaarsa mana woyyu'uutiif oolu horii isaanitti kennaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf mootichi Yo'aas hayyicha Yoyaada'aa fi hayyoota dhibii waamee, «Galma Waaqaa ka caccabe maaf haaressuu dhaddane? Addee Galmi Waaqaa caccabe ittiin haaressiisaaf dabarsa'aa kenna'a malee, haganaa achi namoota beesee qabatanu irraa beesee hin fuudhina'a» jedhe.