2 Kings 12:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni aka deebite beese nama iraa guurte, Mana Waaqa ufiini imid'aasine ee jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri gadootaallee waan inni isaaniin jedheen wolii galanii horii banii irraa fuudhuu dhiisanii hulee diiggamellee haarawoomsuu dhaaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti beesee namoota irraa akka hin fuune, Galma Waaqaalle ifiif akka hin haaressine wolii galane.