2 Kings 13:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Innileeni faanuma Yeroboamu ka worra Israeli ch'ubbu keesa buuse bahe AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin afo'otti waan hamaa hojjatee cubbuu Naabaaxiin ilmi Iyyoorbi'aamii hojjate faanaa bu'e malee cubbuu irraa hin deebine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Innille Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu hujee, cubbuu ilmi Nebaatii Yerobi'aam, akka Israa'elooti hujju godhe san mara irraa hin deebine.