2 Kings 13:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Yehoashini tolche ch'ufa, jannooma inni hayyu Yuda Amazia lola keesati dabsatenile kitaaba Odu Hayyoota Israeli keesati t'aafaniti t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti biraa ka Iyyoo'aas raawwate, akkasuma jannummaan isaallee galmee seenaa mootota Yihuuda'aa keessatti barreeffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin ta mootichi Yeho'aash huje duudi'ii fi jannummaan isaa ta inni mootii Yihuda'aa Amaasiyaa lolelle kitaaba dabarsii mootota Israa'elii keessatti barreeffanteerti.