2 Kings 13:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Elishani waan hayyuuni jed'e, T'iya hafte fuud'i, lafaani woraani. Hayyichi maro sadi lafaani woworaane eege yaala bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee «Buundheewwan biraa fudhadhuu lafaan dhayi!» jedheen. Mootichillee lafa harka sadihii dhayee dhaabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Elsaa'i mootichaan, «Daayota dhibii fuudhiitii lafa tuttumadhu!» jedhe; innille daayota fuudhee yennaa sad lafa tuttumatee lakkise.