2 Kings 13:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Elishani iti dallane waan jed'eeni, Atini sila maro shani jaa lafaani woraanu malte, duuba ato sila akasi tolchite worra Shamu ch'ufa inhobaafta; ammo amma tana maro sadi ch'alla worra dabsatta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kun Eelsaa'iin hin aarse; kanaafuu uduu hennaa shan yookaan hennaa jahaa dhoofteerta ta'ee silaa worra Sooriya'aa dhooftee mooyatta turte; amma garuu hennaa sadihi calla mooyatta» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'i isatti aaree, «Yennaa shan yookiin yennaa jaa adoo lafa tuttumattee jiraatte, worra Sooriya'aa injifattee ijjumaa hin balleessitaayyu; amma ammoo yennaa sad qofa isaan hin injifatta» jedhe.