2 Kings 13:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eege Elishani due awaalani. Ganna ch'ufa duuli Moabu lafa Israeli had'u d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eelsaa'i du'ee awwaalame; worri biyya Moo'aabiitii balaa buusu'uuf wogga wogga'aan dhufan biyya Israa'elii seena'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'i du'ee awwaalame. Ji'oota birra'aa mara gareen loltoota Mo'aabii lafa Israa'elii seenan.