2 Kings 13:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo AABBO Waaqi worra jaalate naheefi, worra balleesu dide qarqaare, maro inni duri wold'aqisa Abrahamufi Isaaqofi Yakobo woliini tolfateefi. Inni takuma haga arrale worra isaa indeene.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu arjumma'aa fi araara isaanii godhee isaan gargaare malee akka isaan badaniif isaan hin dhiifne; wonti kana godheef waan waadaa Abrahaam Yisaaqii fi Yaaqoobii banii ufii hin irraanfanneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo sababa gondooroo Abrahaam, Yisihaqii fi Yaaqoob woliin godheetiif, isaaniif nayee, mararee isaan qarqaare. Inni haga adhaa isaan hin balleessine yookiin fuula ifii duraa isaan hin fageessine.