2 Kings 13:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yehoashini, hayyuuni Israeli, maro sadi Benhadadi dabsate, dira duri Benhadadini, gaafa Yehoahazini abbaani Yehoashi, lafa mohate iraa fud'ate kaani, iraa deefate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Asiin maayii mootiin Israa'elii Iyyoo'aas Wolda'aadeeriin harka sadihii mooyatee qachoota bara abbaan isaa bulchu qabatee ture maraa deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ilmi Yeho'aazii Yeho'aash, qachoota Hazaa'el abbaa isaa Yeho'aaz lolee irraa fudhate, ilma Hazaa'elii Ben-hadaad irraa deebifate. Yeho'aash yennaa sad isa injifatee qachoota Israa'elii deebifate.